-
Ergama
Misooma, cehumsaa fi kenna tajaajilaa saayinsii fi teekinoloojii ol’aantummaan qindeessuu, jajjabeessuu fi raawwachuun guddina hawwaas-diinagdee magaalaa keenyaa mirkaneessuu dha.
-
Mul’ata
Bara 2022 tti jiruu fi jireenyi uummata magaalaa keenyaa itti fayyadama teekinoloojiin ammayyaa’ee arguudha.
-
Duudhaalee
- Ilaalchaa saayinsaawaan qajeelfamna
- Kalaqaa fi guddina teekinoloojii ni jajjabeessina
- Yeroo hundaa ni baranna
- Jijjiiramaaf qophiidha
- Gareedhaan hojjenna
- Saffisaa fi qulqulliinaan tajaajilla
Aangoo fi Gahee Waajjira Saayinsii fi Teekinoloojii
- Sosochiiwwan kalaqa saayinsii fi teknolojii magaalichaa keessatti taasiifamu ol’aantummaan ni qindeessa ni jajjabeessa: The promotion of scientific and technological activities in the city is emphasized to ensure sustainability and progress.
- Sochiiwwan saayinsii fi teknolojii magaalicha keessatti gaggeeffamaniif deeggarsa maallaqaa, meeshaalee fi ogummaa taasisaa akka taasiifamuuf haalanimijeessa: Activities in science and technology are supported with necessary resources and expertise to ensure their effective implementation.
- Hojii qabeenya sammuu Magaalicha keessatti gaggeeffamu sarbamni mirgaa irratti akka hin geenye ni to’ata: Ensuring that all activities respect human rights and are executed in a fair and equitable manner. Public awareness is crucial to guide actions.
- Hojiiwwan dhimmootaa balaqqee (radiation) magaalicha keessatti gaggeeffamu ol’aantummaadhaan ni to’ata: The management and regulation of radiation-related activities in the city must follow strict safety protocols.
- Hubannoo fi beekumsa hawaasaa magaalaa keessatti saayinsii, teknoloojii fi qunnamtii irratti qabu akka cimuu fi babal’atu ni hojjata: Increasing public awareness and understanding of science, technology, and communication to foster participation and development.
- Meeshaalee tajaajilaa fi bu’uuraaleen misooma saayinsii, teknolojii fi qunnamtii magaalicha keessatti hojii irra oolan yeroo yeroon madalamanii hojii irra ooluu isaanii ni hordofa: Tools and infrastructure for service delivery in science, technology, and communication will be regularly monitored for effectiveness.
- Hojiiwwan misooma bu’uuraalee qulqullinaa (madaallii mijatummaa, sirna safaraa, sadarkaa qulqullinaa fi amantaa argachisuu): Projects related to the development of infrastructure quality, including measurements and standards, will be carried out with proper supervision.
- Odeeffannoo saayinsii, teknolojii fi kalaqa walitti qabuu, qindeessuu, xiinxaluu fi poortaalii irratti fe’uun tamsaasuudhaan hojii irra oolmaa isaani ni hordofa: Gathering, coordinating, analyzing, and disseminating information in science, technology, and innovation will be carried out continuously.
- Hojiiwwan bu’uuraalee teknolojii qunnamti odeeffannootiin walqabatanii fi manneen hojii mootummaa keessatti hojjataman ol’aantummaan ni qorata: Projects related to technological infrastructure and information dissemination will be evaluated to ensure efficiency.
- Misooma teknolojii qunnamtii odeeffannoo magaalicha keessatti hojjatamuuf kan gargaaru mosaajii (software) ni qopheessa: Development of communication and information technology systems, including the creation of software solutions.
- Manneen hojii mootummaa Cimdaadhaan(network)dhaan akka walqunnamaniif siistamni kompiitaraa akka qophaa’uuf hojiiwwan barbaachisan ni hojjeta: Ensuring that government offices are connected through networks and computer systems to improve efficiency.
- Humna namaa teknolojii qunnamti odeeffannootti fayyadamu, hojjachuu fi suphuu danda’u horachuuf qaamolee dhimmi ilaalu waliin ni hojjeta: Leveraging human resources to effectively implement and utilize information and communication technology.
- Tajaajila telekoomii Magaalicha keessatti kennamu, ummanni tajaajila gahumsa qabu akka argatu ni hordofa: Ensuring that telecommunications services are provided effectively, with quality service accessible to all.
- Sirna odeeffannoo dhaabbilee mootummaa ijaaruuf fi qindeessuu keeessaa maqaa doomeenii ni ramada: Organizing and building information systems for government agencies to streamline operations.
- Sistamoonni bu’uuraa fi tajaajiloonni kenniinsa tajaajila ummataa irratti xiyeeffatan kompiitaraan kan deeggaraman akkaataa fayyadamtootaaf haala tajaajila kennuu itti danda’an ni mirkaneessa: Establishing reliable basic systems and services to ensure efficient computer-based services to the public.
- Marsariiti fi appilikeeshinoonni kompiitaraa hojii irra oolu danda’an teeknikaa fi hojimaataatiin qindoomina kan qabanii fi kan wal-siman taa’uu isaanii ni mirkaneessa: Websites and computer applications will be developed and aligned with the latest technical standards.