Galmaa (Goal )
_ Wobbii nyaataa mirkanneessuu
_ Interpiruneroota baay’isuu
_ Kalaqaa fi ogummaa guddisuu
_ Kenna Tajaajilaa fooyyeessuu
Ergama (Mission)
Qabeenya Hirmaannaa Ummataatiin Misoomsuu, Babal’suu, Kunuunsuu fi Beeksisuun Seenaa Gaarii Aanaan keenyaa Ijaaruun, Guddina Hawaasummaa, Dinagdee fi Siyaasaa Itti fuufiinsa qabu Akka Galmeessitu gochuudhaan beeksisuun gahee badhaadhina biyyaa keessatti qabu mirkaneessuu
Mul’ata (Vission)
Bara 2024tti Aanaan keena akka magaalatti darbee akka Naannootti Aanaa bu’uuraalee misoomaa guutatte, Nageenyaan tasgabooftuu, dinagdee cimaan utubamte fi hawaassummaan dagaagde hawwataaf jireenya lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyi hundaaf filatamtuu taatee uumuu
Duudhaalee ( Values)
_ Tajaajila qulqullina qabu kennuu
_ Simannaa gaarii
_ Kaka’umsaa fi bu’aa qabeessummaa
_ Ittigaafatamummaa
_ Iftoomina
_ Hirmaachisummaa