Bagagammaddan! Bagagammanne! Bulchiinsi magaalaa Shaashamannee sirna yaada ummataa ittiin fudhatu giddugala bilbila tolaa 8102 qopheessee jira kanaafuu

እንኳን ደስ አላችሁ! እንኳን ደስ አለን! የሻሸመኔ ከተማ አስተዳደር የህዝብ ቅሬታ መቀበያ ስርዓት የነፃ ጥሪ ስልክ 8102 አዘጋጅተናል በዚህም መሠረት


Al-Seerummaa Adda Addaa

  • የተለያየ ህገ-ወጥነት
  • Ijaarsa Seeraanalaa
  • ህገ-ወጥ ግንባታ
  • Daldala Seeraan alaa
  • ህገ-ወጥ ንግድ
  • Galii dhoksuu
  • ገቢን መደበቅ
  • Matta’a fudhachuu fi kennuu
  • ጉቦ መስጠትና መቀበል
  • Rakkoo Kenna Tajaajilaa
    • የአገልግሎት አሰጣጥ ችግር
  • Seektaroota mootummaa sadarkaan jiran
    • በየደረጃዉ የሚገኙ የመንግስት መዋቅር መሥሪያ ቤቶች
  • Dhaabbilee federaalaa sadarkaan jiran
    • በየደረጃው ያሉ የፌዴራል ድርጅቶች
  • Dhaabbilee dhuunfaa
    • የግል ድርጅቶች

Rakkoo Nageenyaa የፀጥታ ችግር

  • Sochii meeshaa waraanaa seeraan alaa
    • ህገ-ወጥ የጦር መሣሪያዎች ዝውውር ማጋለጥ
  • Fuula haaraa seelii diinaatiin shakkaman saaxiluu
  • ፀጉረ ልውጥ የሆኑ ሰዎችን ማጋለጥ
  • Walitti-bu’iinsa dhuunfaa ykn gareesaaxiluu
    • የግል ወይም የቡድን ግጭትን ማጋለጥ

Balaa Tasaa ድንገተኛ አደጋ

  • Balaa tiraafikaa /konkolaataa/
    • የትራፊክ /የመኪና/ አደጋ
  • Balaa ibiddaa
    • የእሳት አደጋ
  • Balaa lolaa bishaanii
    • የጎርፍ አደጋ
  • BalaaTasaa Kamuu
    • ማንኛውንምአደጋ

 Suuraawwan Eebba Bilbila Tolaa Bara 2016

Shaashamannee Magaalaa Ammayyooftuu (Smart City) fi Teekinolojiin Badhaate Gochuuf Hojjatamaa Jira.
“””””””””””””””
Guddinna Magaalaa ariifchiisuu fi nageenya hawaasaa mirkaneessuuf gaheen teeknoolojii digiitaalaa fi kenniinsi tajaajilaa ammayyaa’aan shoora olaanaa qaba.
Itti fayyadama tekinolojii dijiitaalawaa sadarkaa olaanaatti ceesisuun Magaalaa Shaashamannee ammayyeessuuf (Smart City) gochuuf Bulchiinsi Magaalaa Shaashamannee dhaabbata OICT solution waliin haala marii gaggeessuun kallattiin hojii itti aanuu kaa’ameera.
Itti Aanaan Kantiibaa fi Ittigaafatamaan Damee Tajaajilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Obbo Awwal Hasan marii kana irratti argamuun ergaa dabarsaniin magaalaa ammayyeessuuf gaheen teeknoolojii digiitaalaa hedduu murteessaa ta’uu eeranii, tekinolojii dijiitaalaa hojii irra oolchuunii fi kenna tajaajilaa si’ataa kennuun magaalaa Shaashamannee magaalaa ammayyooftuu sadarkaa biyyaatti dorgomtuu taate gochuuf hunduu gahee ofii akka bahatu dhaamaniiru
YouTube
Instagram
Telegram
WhatsApp
FbMessenger
Tiktok
URL has been copied successfully!