Ergama

Sirna  lafaa wayitawwaa ta’e dirirsuun, Misooma Lafa irrattii gaggeeffamu karaa Itti fufinsaan qabuun hogganuun, fayyadamummaa hawwaasa naannichaa  mirkaneessuu dha.

Mul’ata

Bara 2022tti, Bulchiinsa magaalaa Shaashamannee  keessatti sirna lafaa  ammayyaa  fi pilaanii gahumsa qabuun hoogganame  diriirsuun; mirga itti fayyadama lafa hawaasa magaalichaa mirkanaa’ee arguu dha .

Duudhaalee

Iftoominaa

Itti quufiinsa maamilaa

Jijjiiramaaf hojjechuu

Hirmaachisummaa

Amanamummaa /Haqummaa

Naamusa gaarii

Miira Garee (Team Sprit)

itti gaafatamummaa

YouTube
Instagram
Telegram
WhatsApp
FbMessenger
Tiktok
URL has been copied successfully!