Mul’ata (Vision)

Hawaasa fayya qabeessa, oomishaa fi badhaadhaa ta’e arguu.

Ergamaa (Mission)

Tajaajila fayyaa paakeejii hunda hammate qulqullina olaanaa fi walgitiinsa qabu kennuu fi to’achuudhaan fayyummaa fi haala jireenya hawaasaa dagaagsuu.

Duudhaalee (Core Values)

Hawaasaaf dursa kennuu

Gara laafummaa

Naamusa ogummaa eeguu

Hirmaachisummaa

Qindoominaan hojjechuu

Iccitii eeguu, amanamummaa fi iftoomina

Ittigaafatamummaa

Al-loogummaa

Jijjiramaaf qophaa’uu

YouTube
Instagram
Telegram
WhatsApp
FbMessenger
Tiktok
URL has been copied successfully!