Mul’ata

” Ummatni magaalaa Shaashamannee fi naannoo ishee  bishaan qulqulluu fi baay’inaan gahaa argatanii arguuf kanaanis hawaasa fayya qabeessa guddina naannichaa irratti dammaqinaan hirmaatu uumuu dha”.

Ergama

“Shaashamannee fi hawaasa naannoo isheef tajaajila bishaan dhugaatii fi bishaan boollaa gahaa ta’e kennuu.”

Duudhaalee

Itti gaafatamummaa

Xiyyeeffannoo Maamilaa

Kutannoo

Kalaqaa fi kalaqa

Amanamummaa

Ogummaa

Hojii garee

YouTube
Instagram
Telegram
WhatsApp
FbMessenger
Tiktok
URL has been copied successfully!