Mul’ata Waajjiraa (Vision)

  • Bara 2022tti nageenya Magaalaa Shaashamnnee mirkaneessuun hawaasa keenya sodaa fi yaaddoo nageenyaa irraa bilisa taasisuudha.

                     Ergama

  • Caasaalee milishaa fi Gaachana sirnaa akkasuma qaamoolee nageenyaa qindeessuun, walitti dhufeenya hawaasaa  waliin jiru cimsuun, ummata bal’aa hirmaachisuun nageenya  amansiisaa ol’aantummaan seeraa mirkanaa’u taasisuudha.

            Duudhaalee Ijoo (Coree Values)

  • Duudhaalee Ijoo (Coree Values) Waajjirich
  • Itti gaafatamummaa
  • Iftoomummaa
  • Ol’aantummaa Heeraa fi Seeraa Kabajuun fi Kabachiisuu
  • Iccitii Eeguu
  • Kutannoon Hojjechuu (Aarsaa kaffaluu)
  • Jijjiiramaaf qophii ta’uu
  • Hirmaachisumma

Dhimmoota hunda galeessa / Cross cutting Isues/ raawwachuu 

  • Qophii Karooraa ,Hordoffii fi Gamagamaa hojii gaggeeffamaa ture
    • Hooggansa Qabeenya Humna namaa Guddissuu
    • Hojiimaata fi bu’aaqabeessumaa TQO
    • Hojiilee Gama Riiformiittin hojjatamu
    • Hojiimaata fi bu’aa qabeessumaa Bulchiinsa fi Faayinaasii Fooyyeessuu Hojii Sab-qunqmitii Cimsuu
    • Hojiiwwaan hordoffii Farraa Malaamaltummaa fi Naamusaa Foyyeessuu
    • Hirmaanaa Hawaasumaa fi Itti Fayadamummaa dubartoota guddisuu
    • Hojiiwwaan Tola Ooltummaa fi Tajaajila Hawwasummaa Fooyyeessuu

   Duub-deebii qaamolee adda addaa

Karoora kana yeroo qopheessinu  duub-deebii yeroo garaa garaa qaamoolee deeggarsaaf naannoo irraa qaamaan gadi bu’anii nuuf kennan,duubdeebii bilbilaa fi telegram naannoon nuuf kenname,duub-deebii mana marii nageenyaa fi yaadota Aanota irraa nuuf kennaman giddu gala gochuun kan hojjatamu ta’a.

Fakkii Hojiilee Qaamotq nqgeenyaa leenjisuutiin raawwatamanii