Ergama
Ergamni waliigalaa manneen murtii Aanaalee magaalattii tajaajila abbaa seerummaa dhaqqabamaa, si’ataa fi bu’a qabeessa ta’e, seera qofa irratti hundaa’uudhaan, haala loogii fi gartummaan ala ta’een hojii isaaniis bilisummaa guutuu fi itti gaafatamummaa ol’aanaadhaan ni hojjetu.
Mul’ata
Bara 2022tti mana murtii seera hiikuun haqaa fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessee amantaa uummataa horachuun naannoo keenya keessatti fakkeenya ta’e arguu.
Duudhaalee
- Bilisummaa fi Itti Gaafatamummaa Abbaa Seerummaa/Judicial Independence and
- Beekumsaa fi Gahumsa/
- Iftoomina/Transparency
- Knowledge and Competency.
- Miira Tajaajiltummaa/ Sense of Stewardship.
- Fayyaalummaa/Propriety
- Al-loogummaa fi Wal-qixxummaa/ Impartiality and Equality.
- Tilmaamamoo/ Predictability.
- Ejjennoo Gaarii/Integrity